Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaa Itoophiyaa gaggeeffamuuf guyyoota muraasatu hafa.
Subscribe' gochuuf 👉🏽 :
Filannoo Paartileen jett luchanko 47 kaadhimatoota 10,000 hirmaachisuun irratti qooda fudhatan kana ilaalchisee warri sagalee kennuuf galmaahe maal jedhu?
Yaadni dargaggootaa fi dubartootaa kunooti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC warren buffett stock market warning News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu mothers day greetings barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽
Facebook 👉🏽
WhatsApp 👉🏽
#election #ethiopia #democracy #bbc #bbcafaanoromoo
